Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa guyyaa har’aa bakka Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad argamanitti wixinee baajataa 2015 irratti mari’atee mirkaneessa

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 6ffaa guyyaa har’aa gaggeessurratti  Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad waliin dhimmoota garaagaraarratti ni mari’ata.

Manni marichaa haala nageenyaarratti xiyyeeffannoo kennuun ni mari’ata jedhameetu eegama.

Kana malees dhimmoota hawaasummaa, siyaasaa fi diinagdeerratti xiyyeeffachuun kan mari’atu ta’uu ibsameera.

Dabalataanis manni marichaa wixinee baajataa 2015 irratti mari’atee kan mirkanessu ta’uu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.