Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa kaa’e

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa kaa’eeera.
Dhimmoota Tasgabbii fi Nageenya biyyattiirratti mari’achuun kallattii yeroo itti aanuu kaa’uu isaa ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.