Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa Boru walga’ii idilee ni gaggeessa

Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Boru Walga’ii Idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa waggaa 6ffaa ni gaggeessa jedhame.
Manni Marichaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan kan eegamu ta’uu Daayrektarri Kominikeeshinii mana marichaa Obbo Tafarraa Badhaadhaa ibsaniiru.
Gabaasni raawwii hojii koreewwan dhaabbii Mana marichaa bara baajataa 2014 ni ragga’aan kan eegamu ta’uus obbo Tafarraan himaniiru.
Wixinee labsii deeggarsa baajataa fi raabsa bu’uuraalee Misoomaa mootummaa Federaalaa raawwachiisuuf qophaa’eeratti bal’inaan kan mari’atu ta’uu kaasaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.