Manni marichaa boru mudamoota garaagaraa ni raggaasisa
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 15ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeesuun mudamoota garaagaraa ni raggaasisa jedhame.
Manni marichaai qaboo yaa’ii Walga’ii Addaa 1ffaa fi Walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 3ffaa qorachuun ni raggaasiisaan eegama.
Akkasumas ajandaalee fi labsiiwwan adda addaa dhiyaatan qorachuun ni raggaasiisa jedhameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.