Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa booru walga’ii idilee 10ffaa, waggaa 5ffaasaa ni gaggeessa

Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI booru walga’ii idilee 10ffaa, waggaa 5ffaasaa ni gaggeessa.

Walga’ichaanis wixinee labsii namaan daldaluu, nama karaa seeran alaatin daangaa ceesisuu ittisuu fi to’achuuf qophaa’erratti mari’atee ni raggaasisa.

Raawwii hojii baatii 6 kan bara 2012 Koomiishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaa ni dhaggeeffata.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.