Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa bagaa geessanii dabarse

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.

Afyaa’iin Mana Marichaa Obbo Agaanyaw Tashaagar ergaa dabarsaniin, barri haaraan bara imala jijjiramaa olaantummaa fi xiiqiin jalqabne itti fufsiisuun abdii haaraan sadarkaa olaanaatti ceesisnuudha jedhan.

Itiyoophiyaanoota hundaaf barri haaraan dukkanaarraa gara ifaatti, waldhiibuurraa gara waldeeggaruutti, seennessiirraa gara marii fi badhaadhinaatti ce’an akka ta’uuf hawwuu ragaan Mana Marichaarraa argame ni mul’isa.

Manni marichaa bara haaraatti waggoottan darban irra muxxannoo fudhachuun raawwii olaanaa galmeessisuuf qophii ta’uu ibsaniiru.

Barri haaraan kan nagaa, jaalalaa, waldanda’uu, tokkummaa fi badhaadhinaa akka ta’us hawwii qaban ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.