Fana: At a Speed of Life!

Manni maricha walga’ii idilee 4ffa boru ni gaggeessa

Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 4ffaa bara hojii 3ffaa boru bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Argamanitti ni gaggeessa.

Manni marichaa walga’ii idilee 4ffaa guyyaa boruu gaggeessuun Mooshinii Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawdee Walga’ii baaniinsa bara hojii mana maricharratti dhiyeessan ni raggasisaan eegama.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad yaada fi gaaffii miseensoota Mana marichaarraa ka’aniif ibsa ni kennu jedhameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.