Manni maricha karoora dhiyaate qorachuun raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee 1ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun karoora dhiyaate qorachuun raggaasiiseera.
Karoora raawwii koreewwan dhaabbii dhiyeessaniirratti mari’achuun raggaasisuu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.
Karoora dhiyaaterratti ibsi dabalataan erga laatameen booda sagalee guutuun ragga’eera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.