Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Sadarkeessa Biyyaalessaa Sadarkaalee Ityoophiyaa 52 raggaasise

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) –Manni Maree Sadarkeessa Biyyaalessaa Sadarkaalee Ityoophiyaa 52 raggaasisuu Ejansiin Sadarkeessa Ityoophiyaa beeksise.

 

Ejansiin Sadarkeessa Ityoophiyaa ibsa baaseen, manni maree sadarkeessa biyyaalessaa walga’ii idileesaa 29ffaa gaggeesseen damee sadiin qophaa’ee kan dhiyaateef sadarkaalee biyyaalessaa 52 raggaasiseera.

 

Sadarkaalee raggaasise keessa 31 Finfinnee yoo ta’an, sadarkaaleen 4 kan haaromfaman, sadarkaalee 17 itti fufsiisuu waliigalaan sadarkaalee Ityoophiyaa 52 raggasisuu ragaan ejansicharra argame ni muldhisa.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.