Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Tigraay yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Tigraay yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira.
 
Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa 6ffaa viidiyoo konfaransiin galmoota 8 irraa qindeessuun gaggeessaa jira jedhame.
 
Yaa’ii ariifachiisaa kanaan miseensonni Mana marichaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi dhimmoota biroorratti murtee ni dabarsu jedhamee eeggama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.