Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Somaalee Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee Yaa’ii idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichi raawwii hojii bara 2016 fi karoora bara 2017 dhiyaaturratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.

Akkasumas wixinee labsii baajata bara 2017 fi muudamoota dhiyaatan ni raggaasisaan kan eegamu ta’uu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.