Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa waggaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Manni maricha qaboo yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa waggaa 6ffaa qoratee ni raggasisaa jedhameera.

Akkasumas raawwii hojii baatiwwan 6 naannichaa kan gamaaggamuu yoo ta’u, gabaasa biiroo ooditii olaanaa ni dhaggeeffataan eegama.

Dabalataanis miseensoonni koree dhaabbii mana marichaa muudama raggasiisuun ajandoota adda addaarratti akka mari’ataan EBC’n gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.