Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Kibbaa Yaa’ii gaggeessaa jira

Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Kibbaa Yaa’ii idilee 13ffaa marsaa 3ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessuu eegaleera jedhame.
Yaa’iichi gabaasa Raawwii hojii bara baajataa 2013 irratti ni mari’ate jedhameera.
Dabalataan qaboo yaa’ii idilee 12ffaa fi karoora dhaabbii baajata bara 2014 ni raggaasiisan kan eeggamu ta’uu ragaan Biirroo Dhimmoota Kominikeeshinii Naannoo Kibbaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.