Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Manni Maree Mootummaa naannoo Sabaa fi Sablamootaa Ummattoota Kibbaa marsaa 5ffaa bara hojii 6ffaa yaa’ii ariifachiisaa 3ffaa magaalaa Hawaasaatti gaggeesuu eegaleera.

Manni marichaa olmaa isaa guyyaa tokkoon baajata dabalataa naannichaa, labsii baayyina miseensoota bakka bu’oota mana maree sadarkaan jiran murteessuuf bahe, fooyya’insa danbii hundeeffama odiitara olaanaa, muudama qaama raawwachiiftuu fi muudama abbootii seeraa irratti marii’achuun murtoo ni dabarsa jedhameet eegama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.