Fana: At a Speed of Life!

Manni maree naannoo Kibbaa muudama garagaraa laate

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Manni marichaa duraan bakka bu’ummaan hojjechaa kan turan muudama hoggantoota olaanoo ragga’eera.
Manni maree naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachiisaa guyyaa har’aa gagggeessen muudama garagaraa laateera.
Bu’uuruma kanaan;-
1.Obbo Tasfaayee Yigazuu – Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Damee Hojii fi Misooma Magaalaa fi Hoogganaa Biiroo Misoomaa Magaalaa fi Konistiraakshinii
2.Obbo Antaanah fiqaaduu – Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa fi Hoogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa
3.Obbo Haylamaariyaam Tasfaayee – Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Damee Hawaasummaa fi Hoogganaa Biiroo Aadaa, Tuuriizimii Fi Ispoortii
4.Obbo Akiliiluu Agidaay – Hoogganaa Biiroo Bishaan, Jallisii fi Inaarjii
5.Obbo Tashoomaa Taakkalaa – Hoogganaa Biiroo Intarpiraayzii fi Indaastirii
6.Obbo Gabree Daalkee – Hoogganaa Biiroo Saayinsii, Teeknooloojii fi Innooveeshinii
7.Obbo Maahee Boodaa – Hoogganaa Biiroo Barnootaa ta’uun akka hojjetaniif manni marichaa muudama laateera.
Gama Birootiin;-
1.Aadde Fadiilaa Adam – odiitara Olaanaa Waajjira Odiitii Naannichaa
2. Obbo Abaaynaah Achuulaa – Itti aanaa odiitara Olaanaa Waajjira Odiitii Naannichaa ta’uun akka hojjetan manni marichaa sagalee guutuun ragga’eera.
Dabalataanis Manni Marichaa Dhaabbata Raadiyoo fi Televizhinii Kibbaa miseensoota boordii ta’uun akka hojjetaniif filateera.
1.Obbo Haaylamaariyaam tasfaayee – Walitti qabaa boordichaa
2.Obbo Tafarii Abaataa
3.Aadde Sannaayit Solomoon
4.Addee Qamariyaa Rashaad
5.Aadde Asteer Yirdaw
Gama birootiin wixinee labsii baajata dabalataa irratti marii’achuun baajata dabalataa Birrii Miiliyoona 600 fi miiliyoona 16 fi kuma 800 fi kuma 43 fi dhibba 3 ragga’eera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.