Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Kibbaa baajata dabalataa Birrii miiliyoona 679 ol mirkaneesse

Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Manni Maree Naannoo Kibbaa baajata dabalataa Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 79 fi kuma 87 ol mirkaneessuun yaa’ii idilee gaggeessaa ture xumure.

Manni marichaa wixinee labsii baajataa lakkoofsa 104/2014 koree dhaabbii baajataa fi Faayinaansiin dhiyaate qorachuun raggaasiiseera.

Akkasumas wixinee labsii koollejjoota barnootaa naannichaa bulchuuf ba’e sagalee guutuun raggaasiiseera.

Manni Marichaa Yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa ture baajata dabalataa Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 79 fi kuma 87 ol mirkaneessuun xumurameera.

Biqilaa Tufaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.