Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Kibbaa Baajata bara 2015 dhiyaate Birrii biiliyoona 46.3 ol raggaase

Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa’ii idilee gaggeessaa jiruun Baajata bara 2015 dhiyaate Birrii biiliyoona 46 fi miiliyoona dhibba3 ol raggaaseera.
Baajata kana keessaa biiliyoonni 3.8 waajjiraalee sadarkaa naannoof, biiliyoonni 37.4 Godinaalee fi aanaalee addaatiif, biiliyoonni 1.8 hojiirra oolmaa galmoota misooma itti fufaaf, biiliyoonni 3 sagantaalee naannoof, miiliyoonni dhibbi 2 ammoo itti eegannoof ta’uu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.