Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’icharratti, karoorri bara baajataa 2016 dhiyaatee kan irratti mari’atamu ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Dabalataan labsiiwwan garaagaraa dabalatee muudamni qaamole raawwachiiftuu kan gaggeeffamu ta’uunis ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.