Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 3ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 3ffaa Marsaa 6ffaa Waggaa 2ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan gabaasni raawwii karoora baatiiwwan ja’an darbanii erga dhiyaateen booda mana marichaan ni ragga’a jedhee kan eegamu ta’uu ibsameera.

Piroojektoota misoomaa miseensota dhaabbii mana marichaan gamaaggamaman irratti ibsi kan kennamu ta’uus eerameera.

Argannoon oodiitii bara baajataa 2014 dhiyaachuun kan irratti mari’atamu ta’uu ibsameera.

Iyyoonaadaab Andu’aalamtu gabaase.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.