Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Gambeellaa Bulchiinsa Yeroo Tigiraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisuuf murteesse

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gambeellaa Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigiraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisuuf murteesseera.
Miseensoonni kaabinee naannichaa mindaa ji’aa isaanirraa %50 deeggarsa taasisuuf murteesuus ibsameera.
Kaabinichi dabataanis, tajaajila fayyaa naannoo Tigiraay deeggarsuuf konkolaataa Ambuulansii 2 deeggarsa taasisuu murteessuu Preezdaantiin naannichaa obbo Umood Ujuuluu beeksisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.