Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz Yaa’ii Ariifachiisaa 7ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz Yaa’ii Ariifachiisaa 7ffaa Waggaa 5ffaa bara hojii 8ffaa guyyaa har’aa gaggeessuu eegaleera.

Manni marichaa yaa’ichaan dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan kan eegamu ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.