Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Beenishaangul Gumuuz yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale

Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) –Manni Maree naannoo Beenishaangul Gumuuz yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale.

 

Manni Maree naannoo Beenishaangul Gumuuz har’a Adoolessa 18,2012 eegalee yaa’ii idileesaa 11ffaa, waggaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa isaa magaalaa Asoosaatti gaggeessaa jira.

 

Preezdaantin naannichaa obbo Ashaadilii Hasan gabaasa raawwii waggaa mana mareef dhiyeessaniiru.

 

Wixineewwan labsii dabalata baajataa bara 2012 fi baajata bara 2013 irratti mari’achuunis ni raggaasisaan eegama.

 

Akkasumaas, muudama adda addaa dhiyaatu irratti bal’inaan erga mari’ateen boodas ni mirkaneessan eegama.

 

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.