Fana: At a Speed of Life!

Manni maree naannoo Beenishaangul Gumuuz miseensoota mana marichaa 4 mirga himatamuu dhabuu isaanii kaase

Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Manni maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz yaa’ii ariifachiisaa 6ffa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a gaggeesseen miseensoota mana maricha 4 mirga himatamuu dhabuu isaanii kaaseera.
Miseensonni mirgi himatamuu dhabuu isaanii ka’ees
1. Obbo Adiigoo Amaasaay
2. Obbo Shifarraaw Caliiboo
3. Obbo Girmaa Maanii fi
4. Obbo Araggaa Baalbiid
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.