Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale

Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale.

Manni Maree naannoo Amaaraa har’a Adoolessa 20,2012 eegalee yaa’ii idileesaa 15ffaa, waggaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa isaa magaalaa Asoosaatti gaggeessaa jira.

Baniinsa yaa’icharratti Af yaa’iin mana marichaa aadde Warqisimuu Maammoo baatiiwwan darban naannichatti gochoota raawwattaman kaasaniiru.

Preezdaantin naannichaa obbo Tamasgan Xiruuneeh gabaasa raawwii waggaa mana mareef dhiyeessaa jiru.

Wixineewwan labsii dabalata baajataa bara 2012 fi baajata bara 2013 irratti mari’achuunis ni raggaasisaan eegama.

Akkasumaas, muudama adda addaa dhiyaatu irratti bal’inaan erga mari’ateen boodas ni mirkaneessan eegama.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.