Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 6ffaa marsaa 2ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Afyaa’iin Mana Marichaa Aadde Faantuu Tasfaayee haasawaa taasisaniin, yaa’ichi wayitaa waliigalteen nageenyaan mallattaa’eetti, wabii nyaataa lammiilee mirkaneessuuf sagantaa Maaddii Madaalawaan akka biyyaatti eegalametti gaggeeffamuun addaa taasisa jedhaniiru.
Mootummaan, ABUT waliin waliigaltee nageenyaa mallatteesse manni marichaa guutummaatti kan simatuu fi hojiirra oolmaa isaaf kutannoon kan hojjetu ta’uu ibsaniiru.
Wandimmuu Addunyaatu gabaase
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.