Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaaritti Yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa 1ffaa, waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiraachuu AMCn gabaaseera.
Haala waqtaawaa naannichaarratti ni mari’ataan eegama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.