Manni Maree Naannoo Affaar muudama kaabinoota haaraa mirkanneesse
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Affaar yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen muudama kaabinootaa mirkaneesseera.
Haaluma kanaan:-
1.Obbo Eelamaa Abubaakaar Itti aanaa preezdaantii
2.Obbo Isee Adaam Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti itti wamaamaa mootummaa
3.Obbo Alii Huseen Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaa kilaastaraa diinagdee
4.Aadde Amiinaa Seekoo sadarkaa itti aantuutti qindeessituun qilaasteera hawaasummaa
5.Obbo Ahimad Mahaammad sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaa kilaastera bulchiinsa gaarii
6.Obbo Ibiraahiim Umaad hogganaa biiroo nageenyaa fi tasgabbii
7.Obbo Ibiraahiim Usmaan hogganaa biiroo Misoomaa qabeenya beelladaa
8.Obbo Ahimad Shaamii hogganaa Biiroo Bishaan, albuudaa fi inaarjii
9.Obbo Mahaammad Uumad hogganaa biiroo dargaggoo fi ispoortii
10.Aadde Faaxumaa Mahaammad Haadha Alaange
11.Obbo Ahimad Ibraahiim hogganaa biiroo bulchiinsa lafaa fi eegumsaa naannoo
12.Obbo Alii Zeeynuu hogganaa biiroo dhimma hojjetaa fi hawaasumma
13.Aadde Eeyishaa Yaasiin hoggantuu biiroo dubartootaa fi daa’immaanii
14.ObboAhimad Abdulqaadii hogganaa biiroo aadaa fi tuurizimii
15.Obbo Yaasiin Habiib hogganaa biiroo eegmsaa fayyaa
- Obbo Ahimad Mahaammad hogganaa biiroo faayinsaansii fi mosoomaa diinagdee
17.Obbo Alii Mahaammad hoggaan biiroo barnootaa
18.Obbo Mahaammad Hasaan hoggaanaa biiroo galiiwwanii
19.Injiinaar Ahimaad Nuur hogganaa misooma magaalaa fi konistiraakshinii
20.Obbo Adan Hamnaa hogganaa biiroo misooma daandii fi geejjibaa
21.Aadde Meeyiraam Wilsaan hoggantuu biiroo misooma inteerpiraayzii teeknikaa fi ogummaa
22.Obbo Mahaammad Uumad hogganaa biiroo dandalaa
23.Obbo Mahaammad Ahimad hogganaa biiroo paabiliik sarviisii fi qabeenya humna namaa
24.Obbo Mahaammad Huseen gargaraa itti wamamaa mana marichaa
25.Obbo Mahaammad Ahimad Alii gargaraa itti wamamaa mana marichaa
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.