Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegaleera.
Pireezidaantiin naannichaa Obbo Awwal Aarbaan gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2015 dhiyeessuuniiru.
Yaa’ichi turtii guyyoot sadiin wixinee baajata bara 2016 dhiyaatuu raggaasisuu fi gabaasa raawwii dhaabbilee garaagaraa ni eegalaalan kan eegamu ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Afaarirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.