Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee 1ffaa, bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa har’a Magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi hanga Bitootessa 14, 2014tti kan turu yoo ta’uu, dhimmoota waqtaawaa adda addaarratti ni mari’ataan eegama.
Gabaasa raawwii hojii mootummaa naannichaarratti mari’achuun kallattii gara fuulduraa ni kaa’a jedhame.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.