Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannichaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Uummattoota Kibbaa yaa’ii idilee 14ffaa marsaa 3ffaa bara hojii 9ffaa gaggeessaa jira.

Manni marichaa yaa’iisaa kanaan ajandaalee sadiirratti kan mari’atu ta’uu DhRTK gabaaseera.

Manni marichaa yeroo ammaa gabaasa raawwii hojii bara 2014 irratti mari’achaa jiras jedhameera.

Manni marichaa turtiisaan miseensota koree dhaabbii fi yaa’ii qulqulleessituu heera mootummaa hir’atan ni guutaan kan eegamu ta’uu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.