Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 3ffaa magaalaa Baahir Daaritti gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan gabaasni raawwii bara baajataa 2016 fi karoorri bara baajataa 2017 dhiyaachuun kan irratti mari’atamuu ta’uun ibsameera.

Akkasumas muudamoonni garaagaraa ni raggasifamuun kan eegaman ta’uun eerameera.

Dassalenyi Biraarraatu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.