Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) -Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin gabaasa raawwii bara baajataa 2016 dhiyeessaa jiraachuun ibsameera.
Ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan kan eegamu ta’uu ibsameera.
Akkasumas baajatni bara 2017 dhiyaachuun ni raggaasifama jedhameera.
Manni marichaa yaa’ii isaan muudamoota garaagaraas ni raggasisan eegama.
Minyaahil Mallasitu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.