Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannichaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi raawwii hojii bara 2016 fi karoora bara 2017 dhiyaaturratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.
Akkasumas wixinee labsii baajata bara 2017 fi muudamoota dhiyaatan ni raggaasiisaan kan eegamu ta’uu TOI gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.