Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee gaggeesseen murtoowwan adda adda dabarse

Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee 7ffaa gaggeesseen murtoowwan adda adda dabarsuu beeksiseera.

Manni Marichaa guyyaa har’a walga’ii idilee 7ffaa gaggeessen diinagdee maaykiroo fi dhimmoota Fiisikaalaarratti murtoo dabarseera.

Manni Marichaa gidduugaleessa bara 2014-2019 diinagdee maayikroo fi dhimmoota Faasikalaarratti mari’ateera.

Kayyoon marichaa baldhina baajata bara 2015 Mootummaan federaalaa itti qophaa’uu fi ragaa waliigalaa gabaa, daangaa baasii, deeggarsa daangaa baajata mootummaa biyyoolessaa naannawaa fi ammenta hanqina Fiisikalaa murteessuufidha.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.