Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Ministeerotaa murtoowwan garaagaraa dabarse

Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Manni Maree Ministeerotaa Walga’ii idilee 12ffaa har’a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera.

Haaluma kanaan hariiroo omishtootaa fi omishistota murteessuuf labsii ba’erratti mari’achuun gabbisuun akka ragga’uuf Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti qajeelcheera.

Akkasumas, wixinee labsii sanyiiwwan biqiltootaa irratti kan mari’ate yoo ta’u yaadaa irratti kennuun gabbisee akka ragga’uuf gara Mana Maree Bakka Bu’oota Ummattaatti qajeelcheera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.