Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee isaa gaggeessu eegale

Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)-Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojiibaatiiwwan ja’an bara 2016 dhiyaachuun irratti akka mari’atamu, mirgi himatamu dhabuu miseensa mana marichaa tokko irratti mari’atame akka ka’uu fi muudamootni hojii garaagaraa akka kennamu ibseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.