Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegale.

Manni marichaa yaa’iisaa kanaan gabaasa raawwii bara baajataa 2016 dhiyaaturratti kan mari’atu ta’uun ibsameera.

Kana malees, wixinee baajataa bara baajataa 2017 fi ajandaalee biroorratti mari’achuun ni raggaasisaan kan eegamu ta’uu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.