Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.

Manni marichaa qaboo yaa’ii Yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 1ffaa fi Ajandaawwan dhiyaatan raggaasiisuun eegaleera.

Manni marichaa yaa’ii gaggeessuun raawwii hojii kurmaana 1ffaa ni gamaaggama jedhame.

Muudamoota dhiyaatanirratti mari’achuun ni raggaasiisan kan eegamu ta’uu ragaan waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.