Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa raggaasise

Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Manni Maree magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 2ffaa isaan muudama garaagaraa raggaasiseera.

Haaluma kanaan

1. Dooktar Jamaaluu Janbaruu- Hogganaa Biiroo Miidhaginaafi Misooma Magariisaa magaalichaa

2. Obbo Biiniyaam Mikruu- Hogganaa Biiroo Daldalaa

3. Obbo Abirahaam Taaddasaa- Hogganaa Biiroo Qindeessa
Hirmaannaa Hawaasaafi Tola Ooltummaa

4. Abdulqaadir Reedwaan- Hogganaa Biiroo Faayinaansii

5. Adam Nuurii- Hogganaa Biiroo Galiiwwanii

6. Obbo Balaay Dajan- Hogganaa Biiroo Dargaggootaafi Ispoortii

7. Aadde Habiibaa Siraaj- Hoggantuu Leenjii Teekinikaafi Barnootaa

8. Obbo Kaasaahuun Goonfaa- Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Addis Miidiyaa Neetwoork

9. Ayyaalawu Malaakuu- Hogganaa Yaa’ii fi Komii Qabiyyee Lafaa
10. Aadde Innaataalam Mallas- Hoggantuu Biiroo Kominikeeshinii magaalichaa ta’uun sagalee guutuun muudamaniiru.

Masaafint Iyyaayyuutu gabaase

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.