Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Magaalaa Finfinnee dhimmoota adda Addaarratti mari’achuun murtoo dabarse

Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa’ii Idilee 4ffaa bara hojii 3ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda Addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera.

Wixinee labsii Hundeeffama Mana Kitaabaa Abrihootii fi wixinee dambiiwwan caasaa dhaabbilee fooyyessa tajaajila sirreessuu keessatti gahee olaanaa taphatan irratti mari’achuun murtii dabarseera.

Manni Kitaabichaa sadarkaa idil addunyaa eeguun tajaajila akka kennu, fedhii tajaajilamtootaa guutuun tajaajila sa’aatii 24 akka laatuuf Manni Kitaabaa Abrihoot lakkoofsi lama naannawaa Magganaanyatti akka ijaaramu murtoo dabarseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.