Manni Maree Magaalaa Finfinnee baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona 670 raggaasiise
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa ‘ii idilee har’a gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 70 dhiyaate raggaasiiseera.
Manni marichaa Yaa’ii idileen 3fffaa bara 8ffaa guyyaa tokkoof gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 70 fi kuma dhibba 2 ol dhiyaate raggaasisuun xumurameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.