Manni Maree Magaalaa Dirre Dhawaa yaa’ii ariifachiisaa gaggeesse
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii ariifachiisa 2ffaa bara hojii 3ffaa gaggesseera.
Yaa’iicharrati marii gaggeeffameen nageenyaa fi misoomaa biyyaaf qindoominaan hojjetama jiraachuun ibsameera.
Manni mariichaa yaa’ii isaan mudamoota garaagaraas mirkaneessuu ragaan Biiroo Kominiikeeshinii magaalicha ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.