Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa walga’ii idilee gaggeessaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa Walga’ii idilee gaggeessaa jira.

Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin, Ministiroonni, Hoggantoonni naannolee fi qooda fudhattoonni walga’icharratti argamaniiru jedhame.

Manni marichaa Sodaa Balaa Biyyaalessaa mudatuuf humna ofiin furmaata waaraa kennuu fi deeggarsa namoomaa waliinga’uurratti mari’ata jedhameera.

Dhimmoota ijoo yeroo itti aananiirratti mari’achuun kallattii ni kaa’aan eegama.

“Deeggarsa namoomaa, Iccitii fi Birmadummaa, qormaatilee fi daandii qormaata keessaa itti bahan” jedhuun ganama har’aa gabaasni mana marichaaf dhiyaachuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.