Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree haaraan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Fulbaana 18, 2014 ni hundaa’a

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Manni Maree haaraan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Fulbaana 18, 2014 kan hundaa’u ta’uu Af Yaa’ii Mana Maree magaalichaa Aadde Zarfeshawaal Nigisee ibsan.
Miseensonni mana mare haaraa guyyaa sana waadaa galuun hojii isaanii ni eegalu jedhan.
Miseensonni Kaabinee haaraan kan moggaafaman ta’uu fi wixineen labsii hojmaata haaraa fi Qajeelfamni dhiyaachuun kan fooyya’u ta’uu Aadde Zarfeshawaal ibsaniiru.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.