Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa gaggeessuu eegale.

Yaa’ichi oolmaa isaa guyyaa har’aatin wixinee labsii hundeeffama Eejansii Dhiyeessii Nyaata Barattootaa, wixinee labsii oodiitara bulchiinsa magaalichaa, labsii Koomiishinii Ispoortii akka haaraatti hundeessuuf fooyya’ee ba’e fi wixinee labsii Addis Miidiyaa Neetwoork, akkasumas dambiiwwan garagaraa ni raggaasisa jedhameeera.

Guyyaa har’aa waaree booda muudamoota garagaraas ni mirkaneessa jedhameera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.