Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Federeshinii boruu walga’ii idilee ni gaggeessa

Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeshinii bara paarlaamaa waggaa 5ffa, walga’ii idilee 2ffaa boruu ni gaggeessaa.

Manni marichaa walga’ii idilee 2ffaan ajaandawwan adda addaarratti mari’atee murtoowwan ni dabarsaan eegama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.