Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee Waxabajjii 24, 2016 gaggeessuu eegala

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 3ffaa bara paarlaamaa 6ffaa Waxabajjii 24 fi 25, 2016 kan gaggeessu ta’uu ibsame.

Yaa’ii idileen dura Koreen Dhaabbii 4 Waxabajjii 23, 2016 ajandaa yaa’icharratti mari’achuun yaada murtoo mana marichaaf qabatee kan dhiyaatu ta’uu eerameera.

Manni marichaa Yaa’ii idilee gaggeessuun ajaandaalee adda addaarratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan eegama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.