Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idiilee gaggeessu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 3ffaa bara paarlaamaa 6ffaa gaggeessu eegaleera.

Ajandalee dhiyaatan raggasisuun yaa’iichi gaggeeffamu eegaleera.

Manni Maricha Yaa’ii idiilee isaan, raawwii karoora bara bajata 2016 dabalatee ajandalee dhiyaatanirratti mari’achuun kallattiiwwan ni kaa’an kan eegamuu ta’uu ragaan Mana Maree Fedeereshiniirra argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana
/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.