Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Federeeshinii manneen harka qalleeyyiif haaromsee kenne

Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Manni Maree Federeeshinii Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araaddatti manneen harka qalleeyyiif haaromse meeshaalee mana waliin kenne.

Afyaa’iin Mana Maricha Obbo Agaanyawu Tashaagar wayita manneen harka qalleeyyif dabarsanitti, hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinneetti namarratti xiyyeeffatan keessaa manneen harka qalleyyii haroomsuun tokko ta’uu dubbatan.

Hojiin akkanaa tajaajila hawaasummaaf ooluu cimsanii kan itti fufan ta’uu Obbo Agaanyawu eeruu ragaan Mana maricharra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.