Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartootaa fooyyeessuun murteessaa ta’uu beeksise

Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartootaa fooyyeessuun murteessaa ta’uu beeksise.
Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartoonni siyaasa keessatti qabaniifi gahee isaanii ijaarsa sirna fedeeraalaa keessatti qaban akkaataa foyyeessuun danda’amurratti bakka bu’oota paartilee morkattootaa fi qooda fudhattoota waliin magaalaa Adaamaatti mari’achaa jira.
Af-yaa’iin Mana Marii Federeeshinii obbo Adam Faarahaa, hirmaannaa dubartoonni siyaasa, diinagdee fi hawaasummaa keessatti qaban foyyeessuun ijaarsa sirna diimokiraasii fi federaalaa dhugoomsuu keessatti gumaacha guddaa qaba jedhan.
Qorannoon dhiyaatee akka agarsiisuutti, duudhaan waldanda’uu, tokkummaa fi sab daneessummaa akka dagaaguufis hirmaannaa dubartoota foyyeessuun daraan murteessaa tahuutu eerame.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.